Daaniʼel 11:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Ergasii mootiin Kaabaa daangaa mootii Kibbaa ni qabata; garuu of irra garagalee biyya isaatti deebiʼa. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Mootiin biyya gara bitaas, mootummaa mootii biyya gara mirgaatti in lixa, ba'ees gara biyya isaatti in deebi'a. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ኤርገሲ ሞቲን ካባ ዳንጋ ሞቲ ክባ ንቀበተ፤ ገሩ ኦፍረ ገረገሌ ብየሳት ዴብአ። Sien die hoofstuk |