Daaniʼel 11:45 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa45 Dunkaana mootummaa isaas galaanotaa fi tulluu bareedaa qulqulluu gidduu ni dhaabbata. Taʼu illee inni dhuma ofii isaatti ni dhufa; namni tokko iyyuu isa hin gargaaru. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo45 Inni galaanaa fi tulluu isa qulqullaa'aa ulfina-qabeessa gidduu dunkaanota mootummaa isaa in dhaabbata; namni isa gargaaru tokko illee isa bira hin jiru, kanaanis jireenyi isaa in dhuma>> jedhe*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ45 ዱንካነ ሞቱማሳስ ገላኖታፊ ቱሉ በሬዳ ቁልቁሉ ግዱ ንዻበተ። ተኡሌ እን ዹመ ኦፊሳት ንዹፈ፤ ነምን ቶኮዩ እሰ ህንገርጋሩ። Sien die hoofstuk |