Daaniʼel 11:37 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa37 Inni waaqota abbootii isaatiif yookaan kan dubartoonni isa jaallataniif yookaan Waaqa kamiif iyyuu ulfina hin kennu; garuu hunda isaanii caalaa ol ol of qaba. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo37 Inni waaqayyolii abboonni isaa waaqeffatan, Waaqayyo tolfamaa isa dubartoonni jaallatanis yaadatti hin fudhatu; inni hunduma isaanii gara irraatti waan of gurguddisuuf, tokko isaanii waaqayyummaatti hin fudhatu*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ37 እን ዋቆተ አቦቲሳቲፍ ዮካን ከን ዱበርቶትን እሰ ጃለተኒፍ ዮካን ዋቀ ከሚፍዩ ኡልፍነ ህንኬኑ፤ ገሩ ሁንደሳኒ ጫላ ኦል ኦል ኦፍ ቀበ። Sien die hoofstuk |