Daaniʼel 11:26 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Warri maaddii mootichaa irraa nyaachaa turan isa balleessuu yaalu; loltoonni isaa ni barbadaaʼu; baayʼeen isaaniis waraana keessatti dhumu. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Warri isaa wajjin nyaata ba'eessa nyaatan iyyuu isa in balleessu; loltuun isaa in haxaa'amu, baay'een isaaniis waraanamanii in kukkufu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ወር ማዲ ሞትቻራ ኛቻ ቱረን እሰ በሌሱ ያሉ፤ ሎልቶትንሳ ንበርበዳኡ፤ ባይኤንሳኒስ ወራነ ኬሰት ዹሙ። Sien die hoofstuk |