Daaniʼel 11:23 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Inni erga isa wajjin walii galtee godhatee booddee hojii gowwoomsaa hojjeta; namoota muraasa wajjinis aangoo qabata. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Erga yeroo isaan isaa wajjin walii galanii jalqabee, gowwoomsaadhaan in hojjeta; inni ol in ka'a, namoota muraasaa wajjinis humna in argata. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 እን ኤርገ እሰ ወጅን ወሊ ገልቴ ጎዸቴ ቦዴ ሆጂ ጎዎምሳ ሆጄተ፤ ነሞተ ሙራሰ ወጅንስ ኣንጎ ቀበተ። Sien die hoofstuk |