Daaniʼel 1:13 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Sana booddee bifa keenyaa fi bifa dargaggoota nyaata mootii nyaatanii wal biratti ilaali; waan argite irratti hundaaʼiitii tajaajiltoota kee irratti waan feete murteessi.” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Bifni keenya bifa dargaggoota warra nyaata mootii nyaatanii wajjin si duratti haa ilaalamu; erga kana argitee booddee nun garboota kee akkuma sitti mul'ate godhi!>> jedhe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ሰነ ቦዴ ብፈኬኛፊ ብፈ ደርገጎተ ኛተ ሞቲ ኛተኒ ወል ብረት እላል፤ ዋን አርግቴረት ሁንዳኢቲ ተጃጅልቶተኬረት ዋን ፌቴ ሙርቴስ።” Sien die hoofstuk |