Amoos 8:2 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Innis, “Amoos, ati maal arguutti jirta?” jedhee na gaafate. Ani immoo, “Guuboo ija bilchaateen guutame tokko” jedheen deebiseef. Ergasii Waaqayyo akkana naan jedhe; “Saba koo Israaʼelitti yeroon dhufeera; ani siʼachi isaan hin baraaru.” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waaqayyo yommus, <<Yaa Amos, maal argita?>> naan jedhe; kana irrattan,<<Guuboo ija mukaa bilchaataa baatu tokko nan arga>> jedhee deebiseef; Waaqayyo immoo,<<Sabni koo Israa'el dhumuu ga'eera, ani deebi'ee irra isaaniif hin darbu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 እንስ፣ “አሞስ፣ አት ማል አርጉት ጅርተ?” ጄዼ ነ ጋፈቴ። አንሞ፣ “ጉቦ እጀ ብልቻቴን ጉተሜ ቶኮ” ጄዼን ዴብሴፍ። ኤርገሲ ዋቀዮ አከነ ናን ጄዼ፤ “ሰበኮ እስራኤልት ዬሮን ዹፌረ፤ አን ስአች እሳን ህንበራሩ።” Sien die hoofstuk |