Amoos 7:4 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Waaqayyo Gooftaan waan kana natti argisiise; Waaqayyo Gooftaan murtii kennuuf ibidda waamaa ture; ibiddi sunis tuujuba guddaa gogsee lafas ni barbadeesse. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Wanta Waaqayyo gooftaan mul'ataan anatti argisiise dabalee isinitti nan hima; kunoo, Waaqayyo gooftaan firdii biyya sana irratti raawwachuudhaaf, ibidda irratti in waame; ibiddichis galaana guddaa isa lafa jalaa gubee fixee, lafa qotiisaas xaph gochuuf jedhe*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዋቀዮ ጎፍታን ዋን ከነ ነት አርግሲሴ፤ ዋቀዮ ጎፍታን ሙርቲ ኬኑፍ እብደ ዋማ ቱሬ፤ እብድ ሱንስ ቱጁበ ጉዳ ጎግሴ ለፈስ ንበርበዴሴ። Sien die hoofstuk |