Amoos 4:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 “Ani yeroo hedduu iddoo biqiltuutii fi wayinii keessan waagii fi awwaaroodhaan dhaʼeen balleesse. Hawwaannisni harbuu fi ejersa keessan barbadeesse; taʼus isin gara kootti hin deebine” jedha Waaqayyo. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 <<Waagiidhaa fi gogiidhaan isin nan rukute, lafa isin biqiltuu dhaabbattan, dhaabaa waynii keessanis nan gogse, harbuu keessanii fi ejersa keessan hawaannisatu nyaatee fixe; kanuma irratti iyyuu isin gara kootti hin deebine>> jedhee dubbateera Waaqayyo*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 “አን ዬሮ ሄዱ እዶ ብቅልቱቲፊ ወይኒኬሰን ዋጊፊ አዋሮዻን ዸኤን በሌሴ። ሀዋንስን ሀርቡፊ ኤጄርሰኬሰን በርበዴሴ፤ ተኡስ እስን ገረኮት ህንዴብኔ” ጄዸ ዋቀዮ። Sien die hoofstuk |