Amoos 4:8 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Uummanni bishaan barbaacha magaalaadhaa gara magaalaatti joore; garuu waan dhugaatiif isa gaʼu hin arganne; taʼus isin gara kootti hin deebine” jedha Waaqayyo. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Kanaaf namoonni mandara lama sadii, bishaan dhuguudhaaf gara mandara isa tokkootti tiratan; haa ta'u iyyuu malee dheebuu ba'uu hin dandeenye; kanuma irratti iyyuu isin gara kootti hin deebine>> jedhee dubbateera Waaqayyo*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ኡመትን ብሻን በርባቸ መጋላዻ ገረ መጋላት ጆሬ፤ ገሩ ዋን ዹጋቲፍ እሰ ገኡ ህንአርገትኔ፤ ተኡስ እስን ገረኮት ህንዴብኔ” ጄዸ ዋቀዮ። Sien die hoofstuk |