Amoos 3:2 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 “Ani maatiiwwan lafa irra jiraatan hunda keessaa isin qofa filadheera; kanaafuu ani cubbuu keessan hundaaf isinan adaba.” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Innoo,<<Saba lafa irraa hundumaa keessaa ba'eessa godhee beekee isin duwwaa ofitti qabeera; kanaafis ani yakka keessan hundumaa isinitti nan ilaala>> jedheera>> jedhe*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 “አን ማቲወን ለፈረ ጅራተን ሁንደ ኬሳ እስን ቆፈ ፍለዼረ፤ ከናፉ አን ጩቡኬሰን ሁንዳፍ እስነን አደበ።” Sien die hoofstuk |