Amoos 2:6 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Waaqayyo akkana jedha: “Ani cubbuu Israaʼel sadiif, afuriifis dheekkamsa koo duubatti hin deebisu. Isaan qajeeltota meetiitti, rakkattoota immoo kophee cimdii tokkotti gurguratan. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Waaqayyo akka jedhu! <<Warri Israa'el irra-daddarbaa isaanii keessa waan deddeebi'aniif, adabni akka irraa deebi'u ani hin godhu! Isaanoo nama qajeelaa meetiitti, nama dhabaa immoo gatii kophee baaqqee cimdii tokkoof jedhanii in gurguru*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ “አን ጩቡ እስራኤል ሰዲፍ፣ አፉሪፍስ ዼከምሰኮ ዱበት ህንዴብሱ። እሳን ቀጄልቶተ ሜቲት፣ ረከቶተሞ ኮጴ ጭምዲ ቶኮት ጉርጉረተን። Sien die hoofstuk |