2 ተሰሎኒቄ 3:2 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Akka nu harka namoota hamootii fi jalʼootaa jalaa baanuufis nuuf kadhadhaa; amantii kan qabu nama hunda mitii. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Nama hundumatu amane miti; kanaaf Waaqayyo harka namoota yakkanii fi hamaa godhanii akka nu oolchuufis immoo kadhadhaa*! Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 አከ ኑ ሀርከ ነሞተ ሀሞቲፊ ጀልኦታ ጀላ ባኑፍስ ኑፍ ከዸዻ፤ አመንቲ ከን ቀቡ ነመ ሁንደ ምቲ። Sien die hoofstuk |