2 ተሰሎኒቄ 2:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Dhufaatiin namicha isa hamaa sanaa akkuma hojii Seexanaatti humna hundaa fi mallattoon, dinqii sobaatiinis ni taʼa; Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Inni seera malee jiraatu kunis gochaa Seexanaatiin wanta hojii aangoo, milikkitootaa fi dinqii fakkaataniinis in dhufa*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዹፋቲን ነምቸ እሰ ሀማ ሰና አኩመ ሆጂ ሴጠናት ሁምነ ሁንዳፊ መለቶን፣ ድንቂ ሶባቲንስ ንተአ፤ Sien die hoofstuk |