2 ተሰሎኒቄ 2:15 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Egaa yaa obboloota, jabaadhaatii dhaabadhaa; barsiisa nu karaa dubbii afaaniitiin yookaan xalayaan isin barsiifne sana jabeessaatii qabadhaa. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Egaa obboloota nana, barsiisa, dubbii afaaniitiin yookiis ergaa caaffataatiin, nu biraa isinitti darbetti qabamaatii jabaadhaa dhaabadhaa*! Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ኤጋ ያ ኦቦሎተ፣ ጀባዻቲ ዻበዻ፤ በርሲሰ ኑ ከራ ዱቢ አፋኒቲን ዮካን ጠለያን እስን በርሲፍኔ ሰነ ጀቤሳቲ ቀበዻ። Sien die hoofstuk |