2 ሳሙኤል 7:2 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Naataan raajichaan, “Ani kunoo mana birbirsaan ijaarame keessan jiraadha; taabonni Waaqaa garuu dunkaana keessa jiraata” jedhe. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Daawit gaaf tokko Naataan raajichaan,<<Kunoo, ani mana muka gaatirraatiin ijaarame keessan jiraadha, sanduuqi Waaqayyoo garuu dunkaana keessa jira>> jedhe*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ናታን ራጅቻን፣ “አን ኩኖ መነ ብርብርሳን እጃረሜኬሰን ጅራዸ፤ ታቦትን ዋቃ ገሩ ዱንካነ ኬሰ ጅራተ” ጄዼ። Sien die hoofstuk |