2 ሳሙኤል 3:5 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 jaʼaffaan Yitreʼaam ilma Eglaa niitiin Daawit deessee dha. Isaan kunneen Kebroonitti Daawitiif dhalatan. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 inni ja'affaan, Yiitre'aam isa Eglaan haati manaa isaa deesseef; Daawit ilmaan kana mandara Kebroonitti godhate. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ጀአፋን ይትሬኣም እልመ ኤግላ ኒቲን ዳዊት ዴሴዸ። እሳን ኩኔን ኬብሮንት ዳዊቲፍ ዸለተን። Sien die hoofstuk |