2 ሳሙኤል 2:2 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Kanaafuu Daawit niitota isaa lamaan jechuunis Ahiinooʼam Yizriʼeelittii sanaa fi Abiigayiil kan Naabaal namichi Qarmeloos sun irraa duʼe wajjin ol baʼe. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Kana irratti Daawit dubartoota isaa lamaanii wajjin Kebroonitti ol in ba'e; warra lamaan keessaa isheen tokko Ahiino'aam intala nama mandara Yizre'el turte; isheen kaan immoo Abigaayil ishee Naabaal namni biyya Qarmelos irraa du'e turte*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ከናፉ ዳዊት ኒቶተሳ ለማን ጄቹንስ አሂኖአም ይዝርኤልቲ ሰናፊ አቢገዪል ከን ናባል ነምች ቀርሜሎስ ሱንራ ዱኤ ወጅን ኦል በኤ። Sien die hoofstuk |