2 ሳሙኤል 2:17 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Lolli gaafa sanaa akka malee jabaa ture; Abneerii fi namoonni Israaʼelis namoota Daawitiin moʼataman. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Kana irraa kan ka'e gaafas lolli jabaan in ta'e; namoonni Daawit Abneerii fi namoota Israa'el in mo'an. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ሎል ጋፈ ሰና አከ መሌ ጀባ ቱሬ፤ አብኔሪፊ ነሞትን እስራኤልስ ነሞተ ዳዊቲን ሞአተመን። Sien die hoofstuk |