2 ሳሙኤል 1:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 “Ergasiis inni, ‘Narra dhaabadhuu na ajjeesi! Waan lubbuun na keessaa hin baʼiniif ani akka malee dhiphachaan jiraatii’ naan jedhe. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 inni immoo,<<Ani laafee du'uudhaaf nan jedha, garuu lubbuun koo ana keessaa ba'uu in didde; kanaaf kottuutii ana ajjeesi!>> naan jedhe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 “ኤርገሲስ እን፣ ‘ነረ ዻበዹ ነ አጄስ! ዋን ሉቡን ነ ኬሳ ህንበእኒፍ አን አከ መሌ ዽጰቻን ጅራቲ’ ናን ጄዼ። Sien die hoofstuk |