1 ተሰሎኒቄ 4:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Egaa waan Waaqni akka isin wal jaallattan isin barsiiseef waaʼee jaalala obbolummaa isinii barreessuu nu hin barbaachisu. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Waa'ee obboloota jaallachuu immoo isiniif caafuun barbaachisaa miti; wal jaallachuun akka isin barbaachisu Waaqayyo isin barsiiseera*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ኤጋ ዋን ዋቅን አከ እስን ወል ጃለተን እስን በርሲሴፍ ዋኤ ጃለለ ኦቦሉማ እስኒ በሬሱ ኑ ህንበርባችሱ። Sien die hoofstuk |