1 ተሰሎኒቄ 3:2 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Nus obboleessa keenya Xiimotewos, tajaajilaa Waaqaa isa wangeela Kiristoosiitti hojjetaa hidhata keenya taʼe sana, akka inni amantii keessanitti isin cimsuu fi isin jajjabeessuuf ergineerra; Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Amantiitti akka isin jabeessuuf, cimsees akka isin gorsuuf, nuyi obboleessa keenya wangeela Kristosiif ergamuuttis hojjetaa Waaqayyoo isa ta'e, Ximotewosin gara keessanitti ergine*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ኑስ ኦቦሌሰኬኘ ጢሞቴዎስ፣ ተጃጅላ ዋቃ እሰ ወንጌለ ክርስቶሲት ሆጄታ ህዸተኬኘ ተኤ ሰነ፣ አከ እን አመንቲኬሰንት እስን ጭምሱፊ እስን ጀጀቤሱፍ ኤርግኔረ፤ Sien die hoofstuk |