1 ተሰሎኒቄ 2:8 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Nu waan akka malee isin jaallanneef wangeela Waaqaa qofa utuu hin taʼin lubbuu keenya illee isinii kennuun fedhii keenya ture; isin nu biratti akka malee jaallatamoo turtaniitii. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Firoomaaf baay'ifne isin in yaanna; sababii isin jaallannuuf wangeela Waaqayyoo duwwaa utuu hin ta'in, lubbuu keenyas immoo isiniin ga'uun nutti in tola. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ኑ ዋን አከ መሌ እስን ጃለትኔፍ ወንጌለ ዋቃ ቆፈ ኡቱ ህንተእን ሉቡኬኘሌ እስኒ ኬኑን ፌዺኬኘ ቱሬ፤ እስን ኑ ብረት አከ መሌ ጃለተሞ ቱርተኒቲ። Sien die hoofstuk |