8 Anini halkani daayya keesa nama farda daama iraa tau, ka jiddu mukha doti bale keesa eju, arge. Isa duddaduuba fardoole d'ibi — daama, daamicha, bororati jira.