Bybel en Studie - BibliaTodo
Bybel, gereedskap en gratis planne
5.0★★★★★
2 Guyyaani suni gaandidae dukanae, guraatae dumansaa. Duuli awaanisaa dukanae, lafa ira dabre, gaara gubbaa gad'ufuu jira. Wonti kunini waan nami taka inargini, ammalle itumaa deebiani inargani.