12 Duuba lafti latte mukhaafi marra gosa ch'ufa, ka mid'aani killetiifi ka mich'iraani qabuufi ka inqamnele baafte. Waaqi wonti kunini dansa arge.