11 Waaqi waan jed'e, Lafti latte ha mukhaafi marra gosa ch'ufa baaftu, mukha mid'aani killetiifi mich'iraani qabuufi ka inqamnele, duuba akuma suni taate.