14 Fulla karaani gargari bahu ejite, sila worra isaa ka baqatu hobaasu himmalle; worra isaa ka sila fiige, guyya d'ipu harka nyaapati deebisu himmalle.