13 Fullo worra kiyya keesa seenu himmalle, guyya badi worraa, guyya d'iba isaale qilit'amu himmalle; ammalle guyya d'ipu isaa waan inni qabu saamachu himmalle.