25 Jennaani inni worra garsiise, duuba worri Efraimutifi ka Manase nama dira suni keesa jiru ch'ufa fit'e, namicha sunifi worra isaa male.