13 Anini isa arma na woliini tau fed'a, haga anini maro Odu Dansaatiifi hid'aansa keesa jiru, aka inni fulla tante na qarqaaru.