10 Tanaafi maro Onesimo, ilma kiyya, Kristo keesatiifi, anini wo sii kad'achu fed'a; hid'aansa keesati anini kara lubbutiini abba isaa tahe.