1 Maqaani kiyya Paulo, nama maro Kristo Yesotiifi hid'aani, ammalle oboleesa keenna Timotheo woliini jira. Gara jaala Filemoni ka nu woliini hojannuufi. Gara jaalafi nama nu woliini hojatu Filemonifi