Bybel en Studie - BibliaTodo
Bybel, gereedskap en gratis planne
5.0★★★★★
11 Isani worri d'aloota gula gosa d'ibi, ka Yahudiini worra qabanqaba inqabanne jettuuni, ammo ufiini, Nu worra qabate jed'u (ta waan nami nafa ufi tolchu), waan duri keesa jirtani qaabad'a.